LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 9:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Boodas, Yesuus mana Maatewositti utuu maaddiitti dhihaatee jiruu, namoonni qaraxa sassaabanii fi cubbamoonni hedduun dhufanii isaa fi barattoota isaa wajjin nyaachuu* jalqaban.+ 11 Fariisonni garuu yommuu kana argan, barattoota isaatiin, “Barsiisaan keessan maaliif warra qaraxa sassaabanii fi cubbamootaa wajjin nyaata?”+ jedhan.

  • Luqaas 5:29, 30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Achiis Leewwiin mana isaatti affeerraa guddaa Yesuusiif qopheesse; namoonni qaraxa sassaabanii fi namoonni kan biroon hedduunis isaanii wajjin nyaachaa* turan.+ 30 Yeroo kanatti Fariisonnii fi barsiisonni seeraa,* “Isin warra qaraxa sassaabanii fi cubbamootaa wajjin kan nyaattanii fi kan dhugdan maaliifi?” jedhanii barattoota isaatti gungumuu jalqaban.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi