-
Maatewos 26:62, 63Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
62 Yeroo kanatti lubni ol aanaan ol kaʼee, “Deebii tokko illee hin kennituu? Wanta namoonni kun si irratti ragaa baʼan ilaalchisee maal jetta?”+ isaan jedhe. 63 Yesuus garuu calluma jedhe.+ Kanaafuu lubni ol aanaan, “Ati Kiristoos Ilma Waaqayyoo taʼuu fi dhiisuu kee akka nutti himtu,+ Waaqayyo isa jiraataadhaan sin kakachiisa!” isaan jedhe.
-