Uumama 29:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Ishiin ammas ulfooftee ilma deesse; achiis, “Amma ani Yihowaa nan jajadha” jette. Kanaafuu, maqaa isaa Yihudaa*+ jettee moggaaste. Sana booda ishiin daʼumsa ni dhaabde. 1 Seenaa Baraa 2:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Ilmaan Israaʼel+ kanneen kana turan: Ruuben,+ Simiʼoon,+ Leewwii,+ Yihudaa,+ Yisaakor,+ Zaabiloon,+
35 Ishiin ammas ulfooftee ilma deesse; achiis, “Amma ani Yihowaa nan jajadha” jette. Kanaafuu, maqaa isaa Yihudaa*+ jettee moggaaste. Sana booda ishiin daʼumsa ni dhaabde.
2 Ilmaan Israaʼel+ kanneen kana turan: Ruuben,+ Simiʼoon,+ Leewwii,+ Yihudaa,+ Yisaakor,+ Zaabiloon,+