Maatewos 4:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Bakka sanaa yeroo deemus, obbolaa lamaan, jechuunis Yaaqoob ilma Zabdewosii fi obboleessa isaa Yohaannisiin+ arge. Isaan abbaa isaanii Zabdewosii wajjin bidiruu keessa taaʼanii saaphana isaanii suphaa turan; innis isaan waame.+ Maarqos 1:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Erga xinnoo adeemee booda, Yaaqoob ilmi Zabdewosii fi obboleessi isaa Yohaannis bidiruu isaanii keessatti utuu saaphana isaanii suphanii isaan argee,+
21 Bakka sanaa yeroo deemus, obbolaa lamaan, jechuunis Yaaqoob ilma Zabdewosii fi obboleessa isaa Yohaannisiin+ arge. Isaan abbaa isaanii Zabdewosii wajjin bidiruu keessa taaʼanii saaphana isaanii suphaa turan; innis isaan waame.+
19 Erga xinnoo adeemee booda, Yaaqoob ilmi Zabdewosii fi obboleessi isaa Yohaannis bidiruu isaanii keessatti utuu saaphana isaanii suphanii isaan argee,+