LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 6:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Akkana jedhii Israaʼelotatti dubbadhu: ‘Dhiirri tokko yookiin dubartiin takka Yihowaadhaaf Naazrota*+ taʼanii jiraachuuf wareega adda taʼe yoo wareegan, 3 namni sun daadhii wayinii fi dhugaatii alkoolii kam irraa iyyuu haa fagaatu. Dhangaggaaʼaa daadhii wayinii yookiin dhangaggaaʼaa dhugaatii alkoolii akkamii iyyuu dhuguu hin qabu.+ Cuunfaa firii wayinii irraa tolfame akkamii iyyuu dhuguu yookiin jiidhaas taʼe gogaa firii wayinii nyaachuu hin qabu.

  • Maatewos 3:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Yohaannis uffata rifeensa gaalaa irraa tolfame uffata, mudhii isaas qabattoo gogaa irraa tolfameen hidhata ture.+ Nyaanni isaa immoo awwaannisaa fi damma bosonaa ture.+

  • Luqaas 1:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Haa taʼu malee, maleekaan sun akkana isaan jedhe: “Yaa Zakkaariyaas, wawwaannaan kee waan siif dhagaʼameef hin sodaatin, haati manaa tee Elsaabex ilma siif deessi; atis maqaa isaa Yohaannis jettee moggaasta.+

  • Luqaas 1:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 sababiin isaas, inni Yihowaa* duratti guddaa ni taʼa.+ Haa taʼu malee, inni matumaa daadhii wayiniis taʼe dhugaatii alkoolii kam iyyuu dhuguu hin qabu;+ yeroo gadameessa haadha isaa keessa jiruu+ jalqabees* hafuura qulqulluudhaan ni guutama.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi