Maatewos 9:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yeroo kanatti isaan nama lamshaaʼee siree irra ciise tokko gara isaatti fidan. Yesuus amantii namoota kanaa ilaalee, namicha lamshaaʼe sanaan, “Jabaadhu ilma koo! Cubbuun kee siif dhiifameera”+ jedhe. Maarqos 2:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yesuus amantii isaanii yommuu argu,+ namicha lamshaaʼe sanaan, “Ilma koo, cubbuun kee siif dhiifameera”+ jedhe.
2 Yeroo kanatti isaan nama lamshaaʼee siree irra ciise tokko gara isaatti fidan. Yesuus amantii namoota kanaa ilaalee, namicha lamshaaʼe sanaan, “Jabaadhu ilma koo! Cubbuun kee siif dhiifameera”+ jedhe.
5 Yesuus amantii isaanii yommuu argu,+ namicha lamshaaʼe sanaan, “Ilma koo, cubbuun kee siif dhiifameera”+ jedhe.