LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 53:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Dhiphina isaatiin* kan kaʼe buʼaa isaa argee ni gammada.

      Tajaajilaan koo+ inni qajeelaan beekumsa isaatiin

      Namoonni hedduun ejjennoo qajeelaa akka qabaatan ni godha,+

      Yakka isaaniis ni baata.+

  • Maatewos 9:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yeroo kanatti isaan nama lamshaaʼee siree irra ciise tokko gara isaatti fidan. Yesuus amantii namoota kanaa ilaalee, namicha lamshaaʼe sanaan, “Jabaadhu ilma koo! Cubbuun kee siif dhiifameera”+ jedhe.

  • Luqaas 5:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Yesuusis amantii isaanii yommuu argu, “Namicha nana, cubbuun kee siif dhiifameera”+ jedhe.

  • Luqaas 7:47, 48
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 47 Kanaan kan kaʼes, ani siin nan jedha, dubartiin tun jaalala guddaa waan argisiisteef, cubbuun ishii hedduu* taʼus ishiidhaaf dhiifameera.+ Namni dhiifamni xinnoon godhamuuf garuu, jaalalli inni argisiisu xinnoo dha.” 48 Achiis, “Cubbuun kee siif dhiifameera”+ ishiidhaan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi