LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 32:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Namni balleessaan isaa isaaf dhiifame, cubbuun isaas isaaf haguugame* gammadaa dha.+

  • Faarfannaa 51:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 51 Yaa Waaqayyo, akka jaalala kee isa amanamaatti gaarummaa natti argisiisi.+

      Akka gara laafina kee isa guddaattis balleessaa koo naaf haqi.+

  • Faarfannaa 103:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Yihowaa nan jajadha;

      Wanta inni godhe hundumaas matumaa hin irraanfadhu.+

       3 Inni balleessaa kee hundumaa siif dhiisa,+

      Dhukkuba kee hundumaas ni fayyisa;+

  • Isaayyaas 1:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yihowaan akkana jedha: “Kottaa, rakkina nu gidduutti uumameef furmaata haa kenninu.+

      Cubbuun keessan diimaa dhiiga fakkaatu yoo taʼe illee,

      Akkuma cabbii adii ni taʼa;+

      Akka uffata bifa bildiimaatti yoo diimate illee,

      Akkuma suufii ni addaata.

  • Isaayyaas 43:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Ani, eeyyee, ani ofii kootiif jedhee+ yakka* kee nan haqa,+

      Cubbuu kees hin yaadadhu.+

  • Isaayyaas 44:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Ani balleessaa kee akka waan duumessaan haguugameetti,+

      Cubbuu kees akka waan duumessa cimaadhaan haguugameetti nan haqa.

      Waanan si furuuf, gara kootti deebiʼi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi