Uumama 2:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Achiis Yihowaan biyyoo+ lafaa irraa nama tolchee hafuura jireenyaa funyaan isaatti baafate;+ innis nama* jiraataa taʼe.+ Lallaba 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 sababiin isaas, wanti dhuma irratti namoota irra gaʼuu* fi horii irra gaʼu jira; wanti hunda isaanii irra gaʼu tokkuma.+ Akkuma inni tokko duʼu, inni kan biraanis ni duʼa; hundi isaanii hafuuruma+ tokko qabu. Wanti hundi gatii kan hin qabne waan taʼeef, namni horii irra caalmaa hin qabu. Isaayyaas 42:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Waaqa dhugaa kan taʼe Yihowaan,Uumaan samiiwwanii, inni Guddichi inni isaan diriirse,+Inni lafaa fi oomisha ishii tolche,+Inni namoota lafa irra jiraniif hafuura,+Warra ishii irra deddeebiʼaniifis jireenya kenne+ akkana jedha:
7 Achiis Yihowaan biyyoo+ lafaa irraa nama tolchee hafuura jireenyaa funyaan isaatti baafate;+ innis nama* jiraataa taʼe.+
19 sababiin isaas, wanti dhuma irratti namoota irra gaʼuu* fi horii irra gaʼu jira; wanti hunda isaanii irra gaʼu tokkuma.+ Akkuma inni tokko duʼu, inni kan biraanis ni duʼa; hundi isaanii hafuuruma+ tokko qabu. Wanti hundi gatii kan hin qabne waan taʼeef, namni horii irra caalmaa hin qabu.
5 Waaqa dhugaa kan taʼe Yihowaan,Uumaan samiiwwanii, inni Guddichi inni isaan diriirse,+Inni lafaa fi oomisha ishii tolche,+Inni namoota lafa irra jiraniif hafuura,+Warra ishii irra deddeebiʼaniifis jireenya kenne+ akkana jedha: