Maatewos 14:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yeroo bidiruu sana irraa buʼus, namoota hedduu argee baayʼee isaaniif gadde;+ dhukkubsattoota isaan gidduu jiranis ni fayyise.+ Maarqos 6:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Yeroo bidiruu irraa buʼus, namoota hedduu argee baayʼee isaaniif gadde;+ sababiin isaas, isaan akka hoolota tiksee hin qabnee turan.+ Wanta hedduus isaan barsiisuu jalqabe.+ Yohaannis 6:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Namoonni hedduunis, dinqii inni warra dhukkubsatan fayyisuudhaan+ raawwate waan arganiif isa duukaa buʼan.+
14 Yeroo bidiruu sana irraa buʼus, namoota hedduu argee baayʼee isaaniif gadde;+ dhukkubsattoota isaan gidduu jiranis ni fayyise.+
34 Yeroo bidiruu irraa buʼus, namoota hedduu argee baayʼee isaaniif gadde;+ sababiin isaas, isaan akka hoolota tiksee hin qabnee turan.+ Wanta hedduus isaan barsiisuu jalqabe.+
2 Namoonni hedduunis, dinqii inni warra dhukkubsatan fayyisuudhaan+ raawwate waan arganiif isa duukaa buʼan.+