Fakkeenya 29:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Namni of tuulummaan isaa gad isa qaba,+Namni hafuura isaatiin gad of qabu kam iyyuu garuu ulfina argata.+ Maatewos 23:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Namni ol of qabu kam iyyuu gad ni qabama,+ namni gad of qabu kam iyyuu garuu ol ni qabama.+ Luqaas 18:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Ani isinitti nan hima, namichi kun Fariisicha caalaa qajeelaa taʼee gara mana isaatti deebiʼe.+ Sababiin isaas, namni ol of qabu hundi ni salphifama; namni gad of qabu kam iyyuu garuu ol ni qabama.”+ Yaaqoob 4:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Haa taʼu malee, gaarummaa guddaan Waaqayyo kennu, hafuura akkasii caalaa guddaa dha. Kanaafuu, “Waaqayyo warra of tuulan ni morma,+ warra gad of qabaniif garuu gaarummaa guddaa ni kenna”+ jedhamee barreeffameera.
23 Namni of tuulummaan isaa gad isa qaba,+Namni hafuura isaatiin gad of qabu kam iyyuu garuu ulfina argata.+
14 Ani isinitti nan hima, namichi kun Fariisicha caalaa qajeelaa taʼee gara mana isaatti deebiʼe.+ Sababiin isaas, namni ol of qabu hundi ni salphifama; namni gad of qabu kam iyyuu garuu ol ni qabama.”+
6 Haa taʼu malee, gaarummaa guddaan Waaqayyo kennu, hafuura akkasii caalaa guddaa dha. Kanaafuu, “Waaqayyo warra of tuulan ni morma,+ warra gad of qabaniif garuu gaarummaa guddaa ni kenna”+ jedhamee barreeffameera.