LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 19:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Pheexirosis deebisee, “Kunoo, nuti wanta hundumaa dhiisnee si duukaa buuneerra; egaa maal arganna ree?”+ jedhe.

  • Luqaas 9:62
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 62 Yesuusis, “Namni hordaa harkaan qabatee wantoota duuba isaa jiran ilaalu,+ Mootummaa Waaqayyootiif hin taʼu”+ isaan jedhe.

  • Filiphisiyus 3:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Taʼus, Kiristoosiif jedhee wantoota anaaf buʼaa qaban akka kasaaraatti lakkaaʼeera.*+ 8 Kana malees, beekumsa Kiristoos Yesuus Gooftaa koo isa hunda caalaa gatii guddaa qabu sanaaf jedhee wantoota hundumaa akka kasaaraatti nan lakkaaʼa. Ani isaaf jedhee wantoota hundumaa dhabeera; wantootan dhabe kanas akka kosiittan ilaala; kana kanan godhu Kiristoosiin argachuuf jedheeni;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi