LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 24:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 “Yeroo sanatti eenyu iyyuu, ‘Kunoo, Kiristoos as jira!’+ yookiin ‘Achi jira!’ yoo isiniin jedhe hin amaninaa.+

  • Maarqos 13:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 “Yeroo sanatti, eenyu iyyuu, ‘Ilaa, Kiristoos as jira!’ yookiin ‘Achi jira!’ yoo isiniin jedhe hin amaninaa.+

  • Luqaas 21:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Innis akkana jedhe: “Akka hin dogoggorfamne of eeggadhaa;+ sababiin isaas, namoonni hedduun, ‘Ani isa dha’ akkasumas, ‘Yerichi dhihaateera’ jedhanii maqaa kootiin ni dhufu. Isin garuu isaan duukaa hin buʼinaa.+

  • 1 Yohaannis 4:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Obboloota jaallatamo, dubbii geggeessaa hafuuraatiin dubbatame+ hunda* hin amaninaa; kanaa mannaa, dubbiin geggeessaa hafuuraatiin dubbatame* Waaqayyo biraa kan dhufe+ taʼuu isaa beekuuf qoraa; sababiin isaas, raajonni sobaa hedduun gara addunyaatti baʼaniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi