23 “Yeroo sanatti eenyu iyyuu, ‘Kunoo, Kiristoos as jira!’+ yookiin ‘Achi jira!’ yoo isiniin jedhe hin amaninaa.+ 24 Sababiin isaas, Kiristoosonni sobaa fi raajonni sobaa+ kaʼanii yoo isaaniif dandaʼame warra filataman illee dogoggorsuuf mallattoowwan guguddaa fi dinqiiwwan ni hojjetu.+