51 Yaa Waaqayyo, akka jaalala kee isa amanamaatti gaarummaa natti argisiisi.+
Akka gara laafina kee isa guddaattis balleessaa koo naaf haqi.+
2 Dogoggora koo irraa guutummaatti na dhiqi,+
Cubbuu koo irraas na qulqulleessi.+
3 Sababiin isaas, ani balleessaa koo akka gaariittan beeka,
Cubbuun koos yeroo hundumaa fuula koo dura jira.+