Roomaa 12:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Abdichatti gammadaa.+ Rakkina keessatti jabaadhaa dhaabbadhaa. Kadhannaatti jabaadhaa.+ Efesoon 6:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 kadhannaa gosa hundumaa+ fi wawwaannaadhaan yeroo hundumaa hafuuraan kadhadhaa.+ Kanaafuu, yeroo hunda dammaqoo taʼaa; akkasumas qulqulloota hundumaatiif yeroo hunda wawwaannaa dhiheessaa. 1 Pheexiros 4:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Haa taʼu malee, dhumni wantoota hundumaa dhihaateera. Kanaafuu, sirriitti kan yaaddan taʼaa,+ kadhannaa wajjin haala wal qabateenis dammaqoo taʼaa.+
18 kadhannaa gosa hundumaa+ fi wawwaannaadhaan yeroo hundumaa hafuuraan kadhadhaa.+ Kanaafuu, yeroo hunda dammaqoo taʼaa; akkasumas qulqulloota hundumaatiif yeroo hunda wawwaannaa dhiheessaa.
7 Haa taʼu malee, dhumni wantoota hundumaa dhihaateera. Kanaafuu, sirriitti kan yaaddan taʼaa,+ kadhannaa wajjin haala wal qabateenis dammaqoo taʼaa.+