LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 20:25-27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Yesuus garuu ofitti isaan waamee akkana jedhe: “Bulchitoonni sabootaa gooftolii akka isaan irratti taʼan, namoonni guguddoota jedhamanis aangoo isaanii akka isaan irratti argisiifatan beektu.+ 26 Isin gidduutti garuu akkana taʼuu hin qabu;+ kanaa mannaa, isin gidduutti guddaa taʼuu kan barbaadu kam iyyuu tajaajilaa keessan haa taʼu;+ 27 namni isin gidduutti dura taʼuu barbaadu kam iyyuu garbicha keessan haa taʼu.+

  • Maarqos 10:42-44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Yesuus garuu ofitti isaan waamee akkana isaaniin jedhe: “Namoonni bulchitoota sabootaa jedhaman gooftolii akka isaan irratti taʼan, guguddoonni isaaniis aangoo isaanii akka isaan irratti argisiifatan beektu.+ 43 Isin gidduutti garuu akkana taʼuu hin qabu; kanaa mannaa, isin gidduutti guddaa taʼuu kan barbaadu kam iyyuu tajaajilaa keessan haa taʼu;+ 44 namni isin gidduutti dura taʼuu barbaadu kam iyyuu garbicha hunda keessanii haa taʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi