Maatewos 26:63 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 63 Yesuus garuu calluma jedhe.+ Kanaafuu lubni ol aanaan, “Ati Kiristoos Ilma Waaqayyoo taʼuu fi dhiisuu kee akka nutti himtu,+ Waaqayyo isa jiraataadhaan sin kakachiisa!” isaan jedhe. Maarqos 14:61 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 61 Inni garuu calluma jedhe malee, deebii tokko illee hin kennine.+ Ammas lubni ol aanaan sun, “Ati Kiristoos Ilma Isa Eebbifamaa sanaa tii?” jedhee isa gaafachuu jalqabe.
63 Yesuus garuu calluma jedhe.+ Kanaafuu lubni ol aanaan, “Ati Kiristoos Ilma Waaqayyoo taʼuu fi dhiisuu kee akka nutti himtu,+ Waaqayyo isa jiraataadhaan sin kakachiisa!” isaan jedhe.
61 Inni garuu calluma jedhe malee, deebii tokko illee hin kennine.+ Ammas lubni ol aanaan sun, “Ati Kiristoos Ilma Isa Eebbifamaa sanaa tii?” jedhee isa gaafachuu jalqabe.