Iyyoob 14:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Maal taʼa, Awwaala* keessatti utuu na dhoksitee,+Hamma dheekkamsi kee darbutti utuu na golgitee,Daangaa yeroos naaf keessee utuu na yaadattee!+ Isaayyaas 25:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Inni bara baraaf duʼa ni liqimsa,*+Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan fuula hundumaa irraa imimmaan ni haqa.+ Guutummaa lafaa irraa arrabsoo saba isaa irra jiru ni balleessa,Yihowaan kana dubbateera. Isaayyaas 26:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 “Namoonni kee warri duʼan deebiʼanii ni jiraatu. Reeffawwan koos ni kaʼu.*+ Isin warri biyyoo keessa jiraattan,+Dammaqaa, ililchaas! Sababiin isaas, fixeensi kee akkuma fixeensa ganamaa ti,*Laftis warri duʼaan moʼaman gara jireenyaatti akka deebiʼan ni gooti.*
13 Maal taʼa, Awwaala* keessatti utuu na dhoksitee,+Hamma dheekkamsi kee darbutti utuu na golgitee,Daangaa yeroos naaf keessee utuu na yaadattee!+
8 Inni bara baraaf duʼa ni liqimsa,*+Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan fuula hundumaa irraa imimmaan ni haqa.+ Guutummaa lafaa irraa arrabsoo saba isaa irra jiru ni balleessa,Yihowaan kana dubbateera.
19 “Namoonni kee warri duʼan deebiʼanii ni jiraatu. Reeffawwan koos ni kaʼu.*+ Isin warri biyyoo keessa jiraattan,+Dammaqaa, ililchaas! Sababiin isaas, fixeensi kee akkuma fixeensa ganamaa ti,*Laftis warri duʼaan moʼaman gara jireenyaatti akka deebiʼan ni gooti.*