Yohaannis 4:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Yesuusis akkana isaaniin jedhe: “Nyaanni koo, fedhii isa na erge sanaa raawwachuu+ fi hojii isaa xumuruu dha.+ Yohaannis 14:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ani Abbaa wajjin tokkummaa akkan qabuu fi Abbaanis anaa wajjin tokkummaa akka qabu hin amantuu?+ Ani wantootan isinitti dubbadhe ofii kootiin kakaʼee hin dubbanne;+ kanaa mannaa, Abbaa isa naa wajjin tokkummaa qabutu hojii isaa hojjechaa jira. Ibroota 1:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Ati qajeelummaa jaallattee jalʼina jibbite. Waaqayyo inni Waaqa kee taʼe, hiriyoota kee caalchisee zayitii gammachuutiin kan si dibe+ kanaafi.”+
34 Yesuusis akkana isaaniin jedhe: “Nyaanni koo, fedhii isa na erge sanaa raawwachuu+ fi hojii isaa xumuruu dha.+
10 Ani Abbaa wajjin tokkummaa akkan qabuu fi Abbaanis anaa wajjin tokkummaa akka qabu hin amantuu?+ Ani wantootan isinitti dubbadhe ofii kootiin kakaʼee hin dubbanne;+ kanaa mannaa, Abbaa isa naa wajjin tokkummaa qabutu hojii isaa hojjechaa jira.
9 Ati qajeelummaa jaallattee jalʼina jibbite. Waaqayyo inni Waaqa kee taʼe, hiriyoota kee caalchisee zayitii gammachuutiin kan si dibe+ kanaafi.”+