LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 26:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yesuus Bitaaniyaa keessa mana Simoon isa dhukkuba nadaayiitiin qabamee ture sanaa utuu jiruu,+ 7 dubartiin takka zayitii urgaaʼuu fi gatii guddaa qabu qaruuraa albaasxiroositti fiddee gara isaa dhuftee, utuu inni maaddiitti dhihaatee jiruu mataa isaa irratti dhangalaasuu jalqabde.

  • Maarqos 14:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yesuus Bitaaniyaa keessa mana Simoon isa dhukkuba nadaayiitiin qabamee ture sanaatti utuu maaddiitti dhihaatee jiruu, dubartiin takka zayitii urgaaʼaa gatiin isaa baayʼee guddaa taʼee fi naardosii qulqulluu irraa qophaaʼe qaruuraa albaasxiroositti fiddee dhufte. Achiis qaruuraa sana cabsitee banuudhaan mataa isaa irratti dhangalaasuu jalqabde.+

  • Yohaannis 12:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yeroo kanatti Maariyaam zayitii urgaaʼaa gara liitirii walakkaa* taʼu, gatiin isaa baayʼee guddaa taʼee fi naardosii qulqulluu irraa qophaaʼe fiddee miila Yesuus irratti erga dhangalaastee booda rifeensa ishiitiin haxooftee qoorsite. Manichis urgaa zayitii sanaatiin guutame.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi