-
Luqaas 22:48Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
48 Yesuus garuu, “Yaa Yihudaa, Ilma namaa dhungachuudhaan dabarsitee kennitaa?” isaan jedhe.
-
-
Yohaannis 13:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Isaan keessaa tokko tokko, Yihudaan saanduqa maallaqaa waan qabatuuf+ Yesuus, “Wanta ayyaanichaaf nu barbaachisu biti” kan jedheen yookiin hiyyeeyyiidhaaf waa akka kennu isatti himaa kan jiru isaanitti fakkaatee ture.
-