Maatewos 10:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Maqaan ergamoota Yesuus 12nii kanatti fufee jira:+ Jalqaba, Simoon isa Pheexiros+ jedhamuu fi obboleessa isaa Indiriyaas,+ Yaaqoob ilma Zabdewosii fi obboleessa isaa Yohaannis,+ Hojii Ergamootaa 15:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Waaqayyo saba maqaa isaatiif taʼu saboota kaan keessaa fudhachuuf, yeroo jalqabaatiif akkamitti xiyyeeffannaa isaa gara isaaniitti akka naannesse+ Simiʼoon+ akka gaariitti ibseera.
2 Maqaan ergamoota Yesuus 12nii kanatti fufee jira:+ Jalqaba, Simoon isa Pheexiros+ jedhamuu fi obboleessa isaa Indiriyaas,+ Yaaqoob ilma Zabdewosii fi obboleessa isaa Yohaannis,+
14 Waaqayyo saba maqaa isaatiif taʼu saboota kaan keessaa fudhachuuf, yeroo jalqabaatiif akkamitti xiyyeeffannaa isaa gara isaaniitti akka naannesse+ Simiʼoon+ akka gaariitti ibseera.