LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 6:68
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 68 Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: “Yaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna?+ Ati dubbii jireenya bara baraa qabda.+

  • Yohaannis 8:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Achiis Yesuus akkana jedhe: “Ilma namaa erga fannistanii+ booda, ani isa taʼuu koo fi ofiin kakaʼee homaa akkan hin goone, kanaa mannaa wantoota kana kanan dubbadhu akkuma Abbaan na barsiisetti+ taʼuu isaa yeroo sana ni beektu.+

  • Yohaannis 12:49
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 49 Sababiin isaas, wantan jedhuu fi wantan dubbadhu Abbaa isa na erge sanatu na ajaje malee, ani ofii kootiin kakaʼee hin dubbanne.+

  • Yohaannis 14:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ani Abbaa wajjin tokkummaa akkan qabuu fi Abbaanis anaa wajjin tokkummaa akka qabu hin amantuu?+ Ani wantootan isinitti dubbadhe ofii kootiin kakaʼee hin dubbanne;+ kanaa mannaa, Abbaa isa naa wajjin tokkummaa qabutu hojii isaa hojjechaa jira.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi