-
Leewwota 24:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 “Isa maqaa Waaqayyoo abaare sana buufatichaa alatti baasaa; namoonni isa dhagaʼan hundi harka isaanii mataa isaa irra haa kaaʼan; achiis guutummaan yaaʼichaa dhagaadhaan tumee isa haa ajjeesu.+
-
-
Leewwota 24:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Kanaafuu, namichi maqaa Yihowaa arrabse sun mamii tokko malee haa ajjeefamu.+ Guutummaan yaaʼichaa dhagaadhaan tumee isa haa ajjeesu. Namni biyya ormaas Maqicha yoo arrabse akkuma lammii biyyattiitti haa ajjeefamu.
-