44 Utuma Pheexiros wantoota kana dubbachaa jiruu, hafuurri qulqulluun namoota dubbicha dhagaʼan hunda irra ni buʼe.+ 45 Hafuurri qulqulluun inni Waaqayyo tola kennu saboota kaan irrattis waan dhangalaʼeef, amantoonni dhaqna qabatanii fi Pheexirosii wajjin dhufan ni dinqisiifatan.