LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 10:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yesuus namoota 12n kanaaf qajeelfama akkana jedhu kennee isaan erge:+ “Daandii gara saboota kaaniitti geessu irra hin deeminaa; akkasumas magaalaa warra Samaariyaa+ kamitti iyyuu hin seeninaa; 6 kanaa mannaa, gara hoolota mana Israaʼel keessaa badanii qofa dhaqaa.+

  • Luqaas 24:47, 48
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 47 maqaa isaatiinis yaada geddarachuun inni dhiifama cubbuu argamsiisu+ Yerusaalemii jalqabee saboota+ hundumaa gidduutti ni lallabama.+ 48 Isinis wantoota kanaaf dhugaa baatota ni taatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi