Keessa Deebii 18:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Waaqni kee Yihowaan obboloota kee gidduudhaa raajii akka kootii siif ni kaasa. Isinis isa dhagaʼuu qabdu.+ Faarfannaa 16:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Sababiin isaas, ati Awwaala* keessatti na* hin dhiistu.+ Inni siif amanamaa taʼes boolla akka argu* hin heyyamtu.+ Isaayyaas 7:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Egaa Yihowaan mallattoo kana isiniif ni kenna: Kunoo, shamarreen* ulfooftee ilma ni deessi;+ maqaa isaas Amaanuʼel* jettee moggaasti.+ Miikiyaas 5:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yaa Beetaliheem Efraataa+Ishii kumaatama* Yihudaa gidduutti baayʼee xinnoo taate nana,Inni Israaʼel irratti bulchaa taʼu,Inni maddi isaa kan bara durii taʼee fi bara dheeraa dura ture si keessaa anaaf ni baʼa.+
15 Waaqni kee Yihowaan obboloota kee gidduudhaa raajii akka kootii siif ni kaasa. Isinis isa dhagaʼuu qabdu.+
10 Sababiin isaas, ati Awwaala* keessatti na* hin dhiistu.+ Inni siif amanamaa taʼes boolla akka argu* hin heyyamtu.+
14 Egaa Yihowaan mallattoo kana isiniif ni kenna: Kunoo, shamarreen* ulfooftee ilma ni deessi;+ maqaa isaas Amaanuʼel* jettee moggaasti.+
2 Yaa Beetaliheem Efraataa+Ishii kumaatama* Yihudaa gidduutti baayʼee xinnoo taate nana,Inni Israaʼel irratti bulchaa taʼu,Inni maddi isaa kan bara durii taʼee fi bara dheeraa dura ture si keessaa anaaf ni baʼa.+