-
Hojii Ergamootaa 17:30, 31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Dhugaa dha, Waaqayyo baroota namoonni wallaalummaadhaan jiraatan callisee bira darbeera;+ amma garuu kan jiraatan eessa iyyuu yoo taʼe namoonni hundi yaada geddarachuu akka qaban dubbachaa jira. 31 Sababiin isaas, inni nama muude sanatti fayyadamee namoota lafa irra jiraatan hunda irratti qajeelummaadhaan murteessuuf+ guyyaa tokko qopheesseera; isa duʼaa kaasuudhaanis namoota hundaaf wabii kenneera.”+
-