Hojii Ergamootaa 5:18, 19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Achiis ergamoota qabanii mana hidhaa uummataatti galchan.+ 19 Haa taʼu malee, maleekaan Yihowaa* halkan balbaloota mana hidhaa banee+ erga isaan baasee booda akkana isaaniin jedhe: Ibroota 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Waaʼee maleekotaa immoo, “Maleekota isaa hafuurota, tajaajiltoota* isaas+ labooba ibiddaa ni godha”+ jedheera. Ibroota 1:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Hundi isaanii hafuurota tajaajila qulqulluu*+ dhiheessanii fi warra fayyina dhaaluuf jiran akka tajaajilan ergaman mitii?
18 Achiis ergamoota qabanii mana hidhaa uummataatti galchan.+ 19 Haa taʼu malee, maleekaan Yihowaa* halkan balbaloota mana hidhaa banee+ erga isaan baasee booda akkana isaaniin jedhe:
7 Waaʼee maleekotaa immoo, “Maleekota isaa hafuurota, tajaajiltoota* isaas+ labooba ibiddaa ni godha”+ jedheera.
14 Hundi isaanii hafuurota tajaajila qulqulluu*+ dhiheessanii fi warra fayyina dhaaluuf jiran akka tajaajilan ergaman mitii?