LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 16:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Namoonni mana sagadaa keessaa isin ariʼu.+ Dhuguma iyyuu, saʼaatiin namni isin ajjeesu hundi+ Waaqayyoof tajaajila qulqulluu akka dhiheesse isatti dhagaʼamu ni dhufa. 3 Haa taʼu malee, isaan wantoota kana kan godhan Abbaas taʼe anaan waan hin beekneefi.+

  • 1 Ximotewos 1:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 ani kanaan dura Waaqayyoon arrabsaa, saba isaa ariʼachaa fi of tuulaa kanan ture taʼus,+ inni kana naaf godheera. Taʼus, kana kanan godhe wallaalummaa fi amantii dhabuudhaan waan taʼeef gara laafina natti argisiiseera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi