LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Qorontos 1:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Kana malees, inni chaappaa isaa nu irratti godheera;+ akkasumas hafuura+ isa wanta dhufu sanaaf qabdii taʼe garaa keenya keessa nuuf kaaʼeera.

  • Galaatiyaa 4:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Egaa isin ilmaan waan taataniif, Waaqayyo hafuura Ilma isaa garaa keenya keessatti ergeera;+ hafuurri kunis, “Aabbaa!”*+ jedhee iyya.

  • Efesoon 1:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Haa taʼu malee, isinis dubbii dhugaa, jechuunis misiraachoo waaʼee fayyina keessanii ibsu erga dhageessanii booda isa abdattaniittu. Erga amantanii boodas karaa isaa, hafuura qulqulluu isa abdachiifame sanaan chaappaan isinitti godhameera;+ 14 inni dhaala keenyaaf dursee akka qabdiitti kan kenname+ yeroo taʼu, warra qabeenya Waaqayyoo+ taʼan furiidhaan+ bilisa baasuudhaan ulfina guddaa isaaf argamsiisa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi