LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 18:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Dambiiwwan koo fi heerawwan koo eegaa; namni akkana godhu kam iyyuu isaaniin ni jiraata.+ Ani Yihowaa dha.

  • Luqaas 10:26-28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Yesuusis, “Seericha keessatti kan barreeffame maali dha? Ati hoo akkamitti hubatta?” isaan jedhe. 27 Namichis deebisee, “‘Waaqa kee Yihowaa* garaa kee guutuudhaan, lubbuu* kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaan, sammuu kee guutuudhaanis jaalladhu,’+ akkasumas ‘nama* akka ofii keetti jaalladhu’”+ jedhe. 28 Yesuusis, “Deebii sirrii kenniteetta; kana gochuu kee itti fufi, jireenyas ni argatta”+ isaan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi