-
1 Qorontos 4:11-13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Nuti hanga saʼaatii kanaatti ni beelofna,+ ni dheebonna,+ ni daarra,* ni reebamna,*+ manas hin qabnu; 12 akkasumas harka keenyaan dhamaanee hojjenna.+ Yommuu nu arrabsan ni eebbisna,+ yommuu nu ariʼatan obsaan jabaannee dhaabbanna;+ 13 yommuu maqaa keenya balleessan garraamummaadhaan deebii kennina;*+ hanga ammaatti kosii addunyaa fi xurii wantoota hundaa taaneerra.
-