Luqaas 18:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Achiis Yesuus, utuu abdii hin kutatin yeroo hunda kadhachuun+ barbaachisaa taʼuu isaa ilaalchisee fakkeenya tokko isaanitti himuu jalqabe; Roomaa 12:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Abdichatti gammadaa.+ Rakkina keessatti jabaadhaa dhaabbadhaa. Kadhannaatti jabaadhaa.+ Efesoon 6:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 kadhannaa gosa hundumaa+ fi wawwaannaadhaan yeroo hundumaa hafuuraan kadhadhaa.+ Kanaafuu, yeroo hunda dammaqoo taʼaa; akkasumas qulqulloota hundumaatiif yeroo hunda wawwaannaa dhiheessaa.
18 Achiis Yesuus, utuu abdii hin kutatin yeroo hunda kadhachuun+ barbaachisaa taʼuu isaa ilaalchisee fakkeenya tokko isaanitti himuu jalqabe;
18 kadhannaa gosa hundumaa+ fi wawwaannaadhaan yeroo hundumaa hafuuraan kadhadhaa.+ Kanaafuu, yeroo hunda dammaqoo taʼaa; akkasumas qulqulloota hundumaatiif yeroo hunda wawwaannaa dhiheessaa.