Roomaa 12:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Abdichatti gammadaa.+ Rakkina keessatti jabaadhaa dhaabbadhaa. Kadhannaatti jabaadhaa.+ Efesoon 6:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 kadhannaa gosa hundumaa+ fi wawwaannaadhaan yeroo hundumaa hafuuraan kadhadhaa.+ Kanaafuu, yeroo hunda dammaqoo taʼaa; akkasumas qulqulloota hundumaatiif yeroo hunda wawwaannaa dhiheessaa. Filiphisiyus 4:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Waan hundumaa ilaalchisee kadhannaa fi wawwaannaadhaan galataa wajjin iyyannoon keessan Waaqayyo biratti akka beekamu godhaa+ malee, waaʼee waan tokkoo illee hin yaaddaʼinaa;+ Qolosaayis 4:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kadhannaatti jabaadhaa;+ dammaqinaan kadhachuudhaan galata dhiheessaa.+ 1 Tasalonqee 5:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yeroo hundumaa kadhadhaa.+
18 kadhannaa gosa hundumaa+ fi wawwaannaadhaan yeroo hundumaa hafuuraan kadhadhaa.+ Kanaafuu, yeroo hunda dammaqoo taʼaa; akkasumas qulqulloota hundumaatiif yeroo hunda wawwaannaa dhiheessaa.
6 Waan hundumaa ilaalchisee kadhannaa fi wawwaannaadhaan galataa wajjin iyyannoon keessan Waaqayyo biratti akka beekamu godhaa+ malee, waaʼee waan tokkoo illee hin yaaddaʼinaa;+