LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Qorontos 11:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Haa taʼu malee, utuun isin bira jiruu yeroon rakkadhee turetti, obboloonni Maqedooniyaadhaa dhufan wanta na barbaachisu hunda waan naa kennaniif, ani nama tokkotti illee baʼaa hin taane.+ Eeyyee, karaa kamiin iyyuu baʼaa akkan isinitti hin taaneef of eeggachaan ture; gara fuulduraattis of eeggachuu koo ittan fufa.+

  • 2 Tasalonqee 3:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 akkasumas, nyaata nama kamii iyyuu tola* hin nyaanne.+ Kanaa mannaa, isin keessaa nama tokko illee baasii hedduu baasisuudhaan baʼaa akka isinitti hin taaneef, halkanii fi guyyaa dadhabnee, akkasumas dhamaanee hojjenna turre.+

  • 2 Tasalonqee 3:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Eeyyee, yeroo isin bira turre ajaja, “Namni hojjechuu hin barbaanne kam iyyuu hin nyaatin” jedhu irra deddeebinee isiniif kennaa turre.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi