Hojii Ergamootaa 17:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Sababiin isaas, inni nama muude sanatti fayyadamee namoota lafa irra jiraatan hunda irratti qajeelummaadhaan murteessuuf+ guyyaa tokko qopheesseera; isa duʼaa kaasuudhaanis namoota hundaaf wabii kenneera.”+ 2 Pheexiros 3:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Haa taʼu malee, akkuma inni waadaa galetti, samiiwwan haaraa fi lafa haaraa+ warra qajeelummaan keessa buufatu+ ni eegganna.
31 Sababiin isaas, inni nama muude sanatti fayyadamee namoota lafa irra jiraatan hunda irratti qajeelummaadhaan murteessuuf+ guyyaa tokko qopheesseera; isa duʼaa kaasuudhaanis namoota hundaaf wabii kenneera.”+
13 Haa taʼu malee, akkuma inni waadaa galetti, samiiwwan haaraa fi lafa haaraa+ warra qajeelummaan keessa buufatu+ ni eegganna.