LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Efesoon 1:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 inni humna kanaan Kiristoosiin warra duʼan keessaa kaasee iddoowwan samii keessatti karaa mirga isaa akka taaʼu godheera;+ 21 sirna* ammaa keessatti qofa utuu hin taʼin sirna dhufu keessattis, mootummaa, aangoo, humna, gooftummaa fi maqaa moggaafamuu dandaʼu hundumaa gararraatti ol isa qabeera.+

  • 1 Pheexiros 3:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Inni gara samii waan dhaqeef, mirga Waaqayyoo jira;+ maleekonni, aangoowwanii fi humnoonni akka isaaf bitaman godhamaniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi