LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 110:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 110 Yihowaan Gooftaa kootiin,

      “Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti+

      Mirga koo taaʼi”+ jedheera.

  • Hojii Ergamootaa 7:55
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 55 Haa taʼu malee, Isxifaanos hafuura qulqulluudhaan guutamee gara samii yommuu ilaalu, ulfina Waaqayyoo fi Yesuus mirga Waaqayyoo dhaabbatee arge;+

  • Ibroota 10:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Namni kun garuu yeroo hundumaatiif akka taʼutti cubbuudhaaf aarsaa tokko dhiheessee mirga Waaqayyoo taaʼe;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi