LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 10:42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Kana malees inni warra jiranii fi warra duʼanitti akka murteessuuf, Waaqayyo kan isa muude taʼuu isaa+ namootaaf akka lallabnuu fi guutummaatti dhugaa akka baanu nu ajaje.+

  • Hojii Ergamootaa 17:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Sababiin isaas, inni nama muude sanatti fayyadamee namoota lafa irra jiraatan hunda irratti qajeelummaadhaan murteessuuf+ guyyaa tokko qopheesseera; isa duʼaa kaasuudhaanis namoota hundaaf wabii kenneera.”+

  • 2 Ximotewos 4:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Waaqayyo durattii fi Kiristoos Yesuus isa karaa mulʼachuu isaa+ fi Mootummaa isaatiin+ warra jiranii fi warra duʼan+ irratti murteessuuf jedhu+ duratti cimseen kana si ajaja:

  • Mulʼata 20:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Warri duʼan, warri xixinnaanii fi warri guguddaan teessoo sana dura dhaabbatanii nan arge; maraawwan kitaabaas ni banaman. Taʼus, maraan kitaabaa kan biraan ni baname, innis kitaaba jireenyaa ti.+ Warri duʼanis akkuma maraa kitaabaa sana keessatti barreeffametti akka hojii hojii isaaniitti murtiin isaaniif kenname.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi