LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 32:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Yihowaan garuu Museedhaan akkana jedhe: “Nama ana irratti cubbuu hojjete kam iyyuu kitaaba koo irraa nan haqa.

  • Faarfannaa 69:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Kitaaba warra jiraatoo* irraa haa haqaman,+

      Warra qajeeloo gidduuttis hin galmeeffamin.+

  • Daaniʼel 12:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “Yeroo sanatti bulchaa guddicha+ kan taʼe Mikaaʼel*+ inni saba keetiif* dhaabbatu ni kaʼa. Yeroon dhiphinaa erga sabni hundeeffamee kaasee hamma yeroo sanaatti taʼee hin beekne ni taʼa. Yeroo sanatti sabni kee, jechuunis namni kitaabicha keessatti galmeeffame+ hundi ni oola.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi