LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 10:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Haa taʼu malee, bulchaan+ mootummaa Faarsi guyyaa 21f na dura dhaabbatee na morme. Sana booda garuu Mikaaʼel*+ inni bulchitoota aangoo guddaa qaban keessaa tokko taʼe na gargaaruuf dhufe; ani yeroo sana achuma mootota Faarsi biran ture.

  • Yihudaa 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Haa taʼu malee, Mikaaʼel+ hogganaan maleekotaa+ illee, waaʼee reeffa Musee+ irratti Diyaabilosii wajjin yeroo wal falman, “Yihowaan* si haa ifatu”+ jedhe malee dubbii arrabsootiin itti murteessuuf hin onnanne.+

  • Mulʼata 12:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Samii keessatti waraanni ni kaʼe: Mikaaʼelii*+ fi maleekonni isaa jawwee sana irratti waraana banan; jawween sunii fi maleekonni isaas isaan irratti waraana banan; 8 haa taʼu malee, isaan ni moʼaman,* sana booda samii keessatti iddoon isaaniif hin argamne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi