21 Haa taʼu malee, wantoota kitaaba dhugaa keessatti galmaaʼan sitti nan hima. Mikaaʼel+ isa bulchaa+ keessan taʼe sanaan alatti wantoota kana irratti akka gaariitti kan na gargaaru tokko illee hin jiru.
12“Yeroo sanatti bulchaa guddicha+ kan taʼe Mikaaʼel*+ inni saba keetiif* dhaabbatu ni kaʼa. Yeroon dhiphinaa erga sabni hundeeffamee kaasee hamma yeroo sanaatti taʼee hin beekne ni taʼa. Yeroo sanatti sabni kee, jechuunis namni kitaabicha keessatti galmeeffame+ hundi ni oola.+