-
Roomaa 8:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Sababiin isaas, isin hafuura garbummaa isa deebitanii akka sodaattan isin godhu hin fudhanne; kanaa mannaa, hafuura akka ilmaan isaatti guddifamuu isa nuti, “Aabbaa!”* jennee ittiin waammannu sana fudhattan.+ 16 Nuti ijoollee Waaqayyoo taʼuu keenya+ hafuurichi hafuura keenyaa wajjin taʼee dhugaa baʼa.+
-