-
Mulʼata 1:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Akkasumas, Yesuus Kiristoos isa “Dhugaa Baatuu Amanamaa,”+ “warra duʼan keessaa angafa”+ taʼee fi “Bulchaa mootota lafaa”+ taʼe irraa gaarummaa guddaanii fi nagaan isiniif haa taʼu.
Isa nu jaallatee+ fi dhiiga ofii isaatiin cubbuu keenya irraa bilisa nu baase+ sanaaf, 6 eeyyee, isa Waaqa isaa fi Abbaa isaatiif moototaa*+ fi luboota+ akka taanu godhe sanaaf ulfinnii fi jabinni bara baraaf haa taʼu. Ameen.
-