LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 45:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Simboo keetiin injifannoodhaaf* qajeeli;+

      Dhugaadhaaf, gad of qabuu fi qajeelummaadhaaf jedhiitii gulufi,+

      Harki kee mirgaa wantoota sodaachisoo taʼan ni raawwata.*

  • Faarfannaa 110:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 110 Yihowaan Gooftaa kootiin,

      “Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti+

      Mirga koo taaʼi”+ jedheera.

       2 Yihowaan, “Diinota kee gidduutti bulchi”+ jedhee,

      Ulee mootii aangoo kee argisiisu Xiyoon keessaa ni hiixata.

  • Mulʼata 12:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Samii keessatti waraanni ni kaʼe: Mikaaʼelii*+ fi maleekonni isaa jawwee sana irratti waraana banan; jawween sunii fi maleekonni isaas isaan irratti waraana banan;

  • Mulʼata 17:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Isaan Hoolichaa+ wajjin wal lolu; taʼus Hoolichi Gooftaa gooftotaa fi Mootii moototaa+ waan taʼeef isaan injifata.+ Warri isaa wajjin jiran, jechuunis warri waamaman, filatamanii fi amanamoo taʼanis ni injifatu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi