Uumama 6:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 ilmaan Waaqa dhugaa*+ ijoolleen durbaa ilmaan namootaa babbareedoo akka taʼan hubatan. Kanaafuu, warra filatan hundumaa fudhatanii haadhotii manaa godhatan. Yihudaa 6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kana malees, maleekota iddoo isaanii isa jalqabaa hin eegnee fi bakka jireenyaa isaanii isa sirrii dhiisan,+ hidhaa bara baraatiin dukkana cimaa keessatti guyyaa murtii isa guddaa sanaaf isaan kaaʼeera.+
2 ilmaan Waaqa dhugaa*+ ijoolleen durbaa ilmaan namootaa babbareedoo akka taʼan hubatan. Kanaafuu, warra filatan hundumaa fudhatanii haadhotii manaa godhatan.
6 Kana malees, maleekota iddoo isaanii isa jalqabaa hin eegnee fi bakka jireenyaa isaanii isa sirrii dhiisan,+ hidhaa bara baraatiin dukkana cimaa keessatti guyyaa murtii isa guddaa sanaaf isaan kaaʼeera.+