Maatewos 5:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Haaluma wal fakkaatuun, namoonni hojii keessan isa gaarii+ arganii Abbaa keessan isa samiitiif ulfina akka kennaniif,+ ifni keessan namoota duratti haa ifu.+ Filiphisiyus 2:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 kunis dhaloota jalʼaa fi micciiramaa+ kana gidduutti ijoollee Waaqayyoo+ warra mudaa hin qabnee fi qulqulloota akka taataniifi; addunyaa kana keessattis akka ibsitoota ifaatti ifaa jirtu;+
16 Haaluma wal fakkaatuun, namoonni hojii keessan isa gaarii+ arganii Abbaa keessan isa samiitiif ulfina akka kennaniif,+ ifni keessan namoota duratti haa ifu.+
15 kunis dhaloota jalʼaa fi micciiramaa+ kana gidduutti ijoollee Waaqayyoo+ warra mudaa hin qabnee fi qulqulloota akka taataniifi; addunyaa kana keessattis akka ibsitoota ifaatti ifaa jirtu;+