-
Hisqiʼel 38:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Ani hinaaffaa kootiin, ibidda dheekkamsa kootiinis nan dubbadha; guyyaa sanatti biyya Israaʼel keessatti kirkirri lafaa guddaan ni uumama.
-